Deuteronomy 31:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kitaaba Seera AABBO Waaqa kana fuud'a, Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqaa d'aatu kaya, aka kitaabi suni arti tae d'uga worra tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kitaaba seeraa kana fuudha'aatii akka isinitti ragaa ta'u saanduuqa kaku'uu ka Rabbii keessanii bira kaayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kitaaba seeraa kana fuudhiitii, achitti akka isin irratti dhugaa bawu, saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii bira keyi.