Deuteronomy 31:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka isani mata jabaatatani na diddani imbeekha isani nami gaafa anini jiru AABBO Waaqa dide, eegi anini duefa hagasi ira diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhara keessanii fi mata jabeenna keessan hin beeka uduma ani adha isin woliin jiru isin Rabbiin diddaniirtanii; haga du'een maayessa garuu atta ta'ittu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin finqiltootaa fi worra mataa jabaatu akka teetane ani hin beeka. Kunoo ani adha adoo jiru'uun isin woliin jiruu, eega Mootii Waan Maraa finqiltanee, du'a tiyyaan duuba fa'a irra caalaa attam attam finqiltan ree!