Deuteronomy 31:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra gugurda gosatifi jaarole teesanile wolti yaama, natiini koota, aka anini dubbi tana iti hime lafafi gubbaleeni d'uga naa tatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jecha kana akka isinitti himu Ard'ii fi Samii akka isin irratti rageessisu jaarsota gosa keessanii maraa fi bulchoota keessanillee wolitti naa qabaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani jecha kana akka isaan dhage'anuuf akka isaanitti dubbadhu, ol-gubba'aa fi lafa isaan irratti dhugaa baatota godhee akka waamu, jaarsolee gosa teessaniitii fi qondaaltota teessan mara na duratti wolitti naa qaba'a.