Deuteronomy 31:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa keesaniti isani dura deeme, gosa achi jirtu suni isani duraa balleese, lafa worra fud'attani. Ammalle akuma Waaqi jed'e, Yoshuati gudda keesani tahe, isaniini deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keessan inninuu isin afoo deemee isin masakka inni orma achi jiraatan maraa isin afo'oo waan dhoogguuf isin lafa isaanii dhaaltan akkuma Rabbi dubbatetti Iyyaasuun masakkaa keessan ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessanuu isiniin dura gamatti hin bu'a; gosa biyya adda addaa tana isin duraa hin balleessa; isinille lafa isaanii hin qabattan; akkuma Mootiin Waan Maraa dubbate, Iyaasuun isiniin dura gamatti hin bu'a.