Deuteronomy 31:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi worra harka keesaniti kenne, isani, akuma anini tolcha isaniini jed'e, worra tolchitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi isin afo'otti isaan kuffisa akkuma ajaja ani isin ajajetti isaan irratti gootan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gosa biyya adda addaa san dabarsee isinitti hin kenna; isinille akkuma ani isin ajaje isaan hin gootan.