Deuteronomy 31:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilaafiina garaa jabaad'a, worra insodaatina, AABBO Waaqi keesani isani woliini jira isani ilakisu, yokhaani isani biraa indeemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cimaa'a, jabaadhaa'a, hin sodaatinaa'a, isaan afo'ottillee hin nayinaa'a; Rabbi Waandhi kee si woliin deema; si hin gatu si hin dhiisu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isin woliin waan jiruuf, jabaadha'a; jajjabaadha'a; isaan hin sodaatina'a yookiin hin bararaqina'a; inni isin hin lakkisu yookiin isin hin gatu» jedhe.