Deuteronomy 31:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani Yoshua yaame, gumi Israeli durati waan jed'eeni ilaafiini, garaa jabaad'u. Nami gumi taanaani deeme lafa AABBO Waaqi ababoota worrati kakhateti geesu, sii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseen Iyyaasuu waamee, «Worra Israa'elii afo'otti ati banii kana woliin gara lafa Rabbi abbootaa kennu'uuf isaanii kakatee waan galtuuf lafattii tana isaan dhaalchiftaa cimii jabaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen Iyaasuu waamee kolbaa Israa'elii mara duratti, «Ati kolbaa tana woliin gara lafa Mootiin Waan Maraa abbootii isaanii ta duriitiif kenniisaaf kakatetti waan galtuuf, lafa sanille dhaala isaanii gootee waan isaanii qoodduuf, jabaadhu, jajjabaadhu!