Deuteronomy 31:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani Seera Waaqa kana t'aafe, qaalole gosa Lawi ta Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqatini yaatufi jaarole Israeliti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseen seera kana katabee gadoota worra ijoollee Leewwotaa worra saanduuqa kaku'uu baadhata'aa turanii fi jaarsota worra Israa'elii marattuu kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen seera kana barreessee, sanyii Lewwi'ii hayyoota saanduqa gondooroo Mootii Waan Maraa ba'atanuu fi jaarsolee Israa'elii maratti kenne.