Deuteronomy 32:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee gubba, dubbi tiyya d'agayi, ee lafa, aka dansa naa ch'aqasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samii dhagayaa'a ani hin dubbadhaa. Laftillee jecha afaan kiyyaa haa dhageettuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee ol-gubba'a ani hin dubbadha caqasa'a; ee lafa atille jecha afaan kiyyaa dhage'i.