Deuteronomy 32:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa alooti isa arge, lafa bubbiftu gamoojiti fuud'e qorqorate, akuma ufi jabeesu jabeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lafa gammoojji'ii keessatti dheebuu'u; Raasaa qilleensa gudda'aatitti isa argate; Rabbi isa golge; Isa tisse; Akka gumaa ijaatitti eegeen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni lafa goomolee keessa, ona gammoojjii qiillee keessatti isa dhagge. Inni wontee isaaf te'ee, isa kunuunsee, akka gumaa ila ifii isa eege.