Deuteronomy 32:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa dirre quubsise, mid'aani oobru nyaachise. Inni d'akha keesaa damma worra quubse qarsa keesaa d'ad'a kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaara gubba'atti isa baase; Sanyii qonna ufii isa nyaachise; Damma dhagaa jabaa keessaa argamuun; Sayitii ejersaa ka Lafa dhaga'aa irratti argamu nyaachiseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni lafa koobotaa mara akka bulchu isa godhee, midhaan ficha'aa isa nyaachise. Rassaa keessaa damma isa nyaachisee, dhakaa jabaa keessaa zayitii isaaf kenne.