Deuteronomy 32:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Waaqa d'ibi kad'ate, AABBO Waaqa obsa d'owe, wonti hamtuni worri tolche isa dallansiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa tolfamaa isaanii waaqeffatanii isa hinaafsisan; waan badaa hojjatan maraan Waaqa aarsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waaqota ormaatiin akka hinaafu isa godhanee, battumma'aan isa aarsane.