Deuteronomy 32:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan waaqa intahini, jinni, sorio baasanifi waaqa worri duri imbeenne, hareesa kale d'ufe, ka ababooti worraa taka insodaatini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa tolfamaa Waaqa dhuga'aa hin taaneef ciincaa isaanii dhiyeessan. Isaanillee waaqa tolfamaa worri Israa'elii tanaan dura hin waaqeffannee fi waaqa tolfamaa abboonni isaanii hin beennee ciincaa dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan durriisota Waaqa hin te'iniif, waaqota hin beenneef, waaqota haareya ka abbootiin isaanii hin sodaatiniif ciincaa dhikeessane.