Deuteronomy 32:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi akasi arge jennaani dallane, ilmaani isaa ta d'iiratifi dubrale dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen tee ta dhiiraatii fi ta intalaa waan isa aarsaniif Rabbi isaan argee isaan gate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan isaatii fi ijoolleen durraa ta isaa waan isa aarsaneef, Mootiin Waan Maraa tana dhaggee isaan tuffate.