Deuteronomy 32:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'e, Anini deebie worra kana inqarqaaru, ammalle muumme waan worri iti deemu laala; wonti akanatiifi worri kunini worra mata jajaba, ka dubbi nama ind'ageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fuula kiyya isaan irraa deebifadha; dhumni isaanii maal akka ta'e hin laala; isaan dhaloota daba'a; isaan ijoollee hin amanamne› isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Ani fuula kiyya isaan hin dhoffadha; muummeen isaanii maan akka teetu hin ilaala; isaan dhaloota micciiramaa, ijoollee hin addatanne.