Deuteronomy 32:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini ya waan waaqa intahini kad'ate obsa na d'owe, waan boch'ani kad'ataniini na dallansiise, tanaafi anini gosa gosa intahini fuud'e, akasiini isani obsa d'owe, gosa daalle fuud'e isani dallansiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa tolfamaa Waaqa hin taaneen na hinaafsisan; womaa womtee ufiitiin na aarsan; Anillee banii kiyya hin taaneen isaan hinaafsisa; banii waa hin hubanneen isaan aarsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan Waaqa hin te'iniin akka ani hinaafu na godhanee, waaqota dharaa ifiitiin na aarsane. Anille kolbaa tuffatanteen akka isaan hinaafanu isaan hin godha; kolbaa hubantii hin qannelle'een isaan hin aarsa.