Deuteronomy 32:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dallansuuni tiyya aka ibida bobeete, boola fulla Ekherani jirtuleti woi gubdi: Dallansuuni suni lafafi waan isiini baaftule ch'ufa balleesite, gaarale ch'ufa ibidaani gubdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolli kiyya akka ibiddaa; haga xiillaa asaabaa bobaya; waan lafa irra jiru maraa nyaata; hundee gaarraniillee hin guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mufii tiyyaan ibiddi waan bobe'eef, haga addee worri du'e jiruutitti hin guba. Lafaa fi waan isiin baattu hin fixa; hundee gaarotaalle hin guba.