Deuteronomy 32:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri beelafi qand'ooni hobae, d'ukuba hamaani raawata. Anini bineensa ala, ka worra nyaatu, iti erge bofi had'aa qabu worra idda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beelaa fi oo'aan badan; oo'a bada'aa fi badii hama'aan dhuman; busaawa'aa fi bofa hadhaa qabu ka lafaa isaanitti erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani beela isaan balleessitu dhukkuba hamaa isaan fixuu fi balaa isaanitti hin fida; kalaadaa bineensotaa hadhaa dhudhuufa'aa isaanitti hin erga.