Deuteronomy 32:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woraani kara keesati nama balleese, gaargali taka inargini worra keesati nama qabata; kaimi ka d'iiratifi ka uwaleeni raawate, daimafi jaaroleleeni hafto d'abdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa irratti woraanni finna isaan dhabsiisa; Mana keessatti soda'aan guuttaman; ka'imman dhiiraatii fi ta intalaa; jaarsonninii fi daa'immanillee hin dhuman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa irratti shallaagaan ijoollee isaanii hin fixa; mana isaanii keessa bararaqi hin guuta. Dargaggootii fi durri, annoole'ee fi jaarsoleen hin dhumatan.