Deuteronomy 32:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini kiyyiba nyaapa worra sodaad'a, worri hegeri ufi d'aade, AABBO Waaqaniti, nuti worra harka keennaani hobaase jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu diintonni isaanii ‹hunna keennaan isaan mooyanne malee Rabbii miti› jedhanii uf jaju'uun akka na hin aarsine jedhee isaan yaadadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu nyaaphoti isaanii, ‹Irree teennaan injifanne malee, tana mara Mootiin Waan Maraa hin goone› jedhanee akka hin koorre diinota isaanii yaade.