Deuteronomy 32:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan worra dabsatanifi inhubatu, ammalle waan tahe inargu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu sammuu qabaatanii silaa kana yaadatan ture; dhuma ufiillee hin yaadan ture!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan adoo qaroolee te'anee jiraatanee, tana hubatanee, muummeen isaanii maan akka teetu hin beekaniiyyu.