Deuteronomy 32:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maqa AABBO Waaqa faarse, gumiini isaaleeni guddinna isaa odeesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani maqaa Rabbii waamaa isin guddinna Rabbii kennaa himaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani maqaa Mootii Waan Maraa hin lallaba; isinille guddinna Waaqa keennaa leellisa'a!