Deuteronomy 32:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami toko akami nama kuma toko dabsata? Yokhaani nami lama akami nama kuma kud'ani dabsata? Yo AABBO Waaqi worraa worra lakise, Waaqi guddaani worra yalabahe male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi isaanii yoo isaan hin gurguranne Rabbi dabarsee yoo isaaniif hin kennine namni tokko attamitti nama kumaa ari'a ture? Namni lamaallee attamitti nama kuma kudhanii ari'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rassaan isaanii yoo isaan gurgure malee, Mootiin Waan Maraa yoo isaan lakkise malee, attamiin nami tokko nama kuma ari'uu dande'a ree? Yookiin attamiin nami kum kudhan nama lama baqata?