Deuteronomy 32:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi worraa imbeekha aka waaqi worraa laafa, ammalle waaqi worraa, haga Waaqa Israeli irre inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma diintonni keenna jedhan; Waandhi keenna akka waaqolee tolfamaa isaaniitii miti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rassaan isaanii akka rassaa keennaatii moti; diinoti keennaayyuu tana hin mormanu.