Deuteronomy 32:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni haalo baafate worra gaargalcha; guyyaani worri baddu ya d'iaate; guyyaani worri d'umatu ya ala hobae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tarkaanfii haluu bayu'uu isaanitti fudhatee isaan adaba; Hennaan isaan kufanillee gayeera; waan guyyaan murti'ii dhiyaateef; murtiinii fi haluu bayuun kiyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haluun tiyya; ka haluu bayu ana; yennaa miilli isaanii mucucaatutti jira; Guyyaan badii isaanii waan dhikaateef, muraan ariifattee isaanitti hin dhutti» jedhe.