Deuteronomy 32:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi hojja aka irreeni gumi isaa laafte argu worra baasa; ammalle hojja laafinna worra isaa hojattu argu innahaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hunna dhaban hennaa arge, Rabbi garboota ufiitii garaa laafa; wolabtichaa fi garbichallee uduu addaan hin baafne Gooftaan banii ufiitiif murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garbooleen yookiin ka garboolee hin te'in nami tokkolle adoo hin hafin, hunni isaanii akka dhumatte yennaa dhagge, Mootiin Waan Maraa kolbaa ifiitiif hin mura; tajaajiltoota ifiitiifille hin marara.