Deuteronomy 32:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi gumi isaatini waan jed'u, me, waaqi hedduuni irre qabu, ka isani d'aabbatani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee akkana jedha ‹Waandhi tolfamaan isaanii meeti? waaqoleen tolfamaan isaan abdatan meeti? waandhi tolfamaan isaan itti amanan meeti?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Waaqoti isaanii, rassaan isaan itti baqatanu,