Deuteronomy 32:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me amma ilaala, Waaqi d'uga ana, ka d'ibiini injiru. Anini ijeese jireesa, madeese fayyisa, nami tokoleeni na indabsatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani hojjuma kiyya Waaqa akka ta'e; Anaa achi Waandhi biraa akka hin jirre beekaa'a; ani hin ajjeessa; hin jiraachisa; ani hin madeessa; hin fayyisalle'e; harka kiyya irraa ka isin hambisu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Amma ilaala'a; Waaqi anuma; ana malee Waaqi dhibiin hin jiru. Ani hin ijjeesa; hin jiraachisalle'e; ani hin madeessa; hin fayyisalle'e; harka kiyya keessaa ka baasuu dande'u hin jiru.