Deuteronomy 32:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi jaba aka d'akha, ka wonti inni tolchu ch'ufti d'uga. Inni Waaqa d'uga, ka d'ugeefatani, ka qajeelafi d'ugaa tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Inni Waaqa; hujiin isaallee guutu'u. Karaan isaa maruu qajeela'a. Waaqa amanamaa'a ka waan badaa hin qabne Inni Waaqa dhuga'aatii fi qajeela'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni rassa'a, hujiin isaa dhidhinna hin qaddu; karaan isaa marti qajeela'a. Inni Waaqa addatamaa hin dokonkorre; Waaqa qajeela'a, balcha'alle'e.