Deuteronomy 32:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini harka kiyya olfuud'e kakhad'a, aka anini Waaqa jiru,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani harka kiyya gara Sami'ii badhisee akkana jedha. ‹Ani jiraataa bara baraa waan ta'eef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani harka kiyya gara ol-gubba'aa kaasee, ‹Ani haga bara baraa jiraata'a› jedhee daadimadhe.