Deuteronomy 32:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka woraana kiyya qare, d'ugaani tissu. Anini nyaapa haalo baafad'e, nama na jibbule balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guraadee kiyya ka mallisu qara; ani murtii qajeelaa kenna; diintota kiyyallee haluu baya; Worra na jibbanii gatii isaanii kennaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shallaagaa kiyya balaqqisaa qaradhee, harki kiyya mura'aaf yennaa isa qabatu, ani diinota kiyya haluu hin baya; worra na jibbuufille gatii hin kenna.