Deuteronomy 32:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini t'iya tiyya d'iiga worra quubse, goraadeeni tiyya fooni worraa nyaattee hobaafti. anini nama na had'u tokole illakisu, ka madeesanifi ka qabanile infit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woraanni kiyya dhiiga worra woraannameetii fi worra booji'ameetiin faalama; guraadeen kiyya foon mataa bulchoota diinaa mummura.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daaya kiyya, dhiiga mataa sooressitoota diinotaa worra qalameetii fi worra booji'ameetiin hin macheessa; shallaagaan kiyyalle foon diinotaa hin nyaata» hin jedha.