Deuteronomy 32:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gochiti ch'ufti, gumi AABBO Waaqa faarsa; wonti akanatiifi inni nama worra ijeesu gaargalcha. Inni nyaapa ufi haalo baafate, daba gumi isaa ch'ufa araaramaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin baniin ormaa Rabbi dhiiga garboota ufiitiif haluu baya; diintota ufiillee haluu baya; worra isa jibbullee adabee cubbuu banii ufiitii hin dhiisa; battummaa Ardi'iillee hin qulqulleessa; kanaafuu banii isaa woliin gammadaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhiiga tajaajiltoota ifii baasee, diinota ifiille haluu bayee, kolbaa ifiitii fi lafa ifiitiif gumaa cubbu'uu waan godheef, ee gosa biyya adda addaa kolbaa isaa woliin gammada'a.