Deuteronomy 32:46 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Dubbi anini isani arra barsiisu tana jabeesa, garaati qabad'a, ilmaani teesanile ch'ufa barsiisa, aka isiini dubbi seera kana ch'ufa jabeesite guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkana isaaniin jedhe «Jecha seeraa kana mara eeganii akka raawwataniif; akka ijoollee teessan ittiin ajajjaniif jecha adha isinii rageessu kana maraa qalbi'itti qabadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaaniin, «Jecha seera kanaa mara, ijoolleen teessan akka dansaa akka eegattu, akka isaan ajajjanu jecha ani adha isinitti himu kana mara gadhaa keessanitti qabadha'a;