Deuteronomy 32:47 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini tunini dubbi tabaatiiniti, waan jireenna keesaniti. Yo jabeesitani guuttani, lafa galaana Yordanitini gama ta isaani amma iti qubachu geetani tana keesati, guyyaani keesani d'eerata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri kun jireenna keessan malee waan duwwa'aa miti. Waan kanaan lafa itti galu'uuf Yoordaanosiin gama ceetanitti bara hedduu jiraattan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
jechi kun ka jiruu isiniif kennu malee, ka bu'aa hin qannee moti; jecha kanaan isin laga Yordaanosii gamatti buutanee lafa qabatu'uuf jirtanu keessa bara dheeraa hin leetan» jedhe.