Deuteronomy 32:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worra dugeefataniiniti, ka gumi isaa tau himmaliini, gosa nama sobdu, ch'ubbiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra battaayan; kanaafuu ijoollee isaatii miti. Waan badaa uf irraa qaban isaan dhaloota daba'aa fi worra gara gaggalu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan isa irratti hantuu waan hujaneef, haganaa achi ijoollee isaatii moti; isaan dhaloota jallaameyyi'ii fi micciirama'a.