Deuteronomy 32:51 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi isaani lachu gumi Israeli durati na ch'eersitani. Gaafa isani fulla bisaani Meriba jirtani, d'aatu dira Kadeshi, lafa aloo ta Sini keesati, gumi Israeli durati na saalfachu diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin banii Israa'elii maraa afo'otti anaa fi amanamtoota hin taane hennaa lafa gammoojjii Tsiinii ta qachaa Qaadeesii keessa jirtu burqaa bisaan Mariba'aa bira hennaa turtan akka ani banii Israa'elii afo'otti ulfaadhu hin goone.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun isin lamaanuu Israa'eloota duratti bisaan Mariiba'aa ka qachaa Qaadeshii biratti, goomolee Ziinii keessatti waan na yakkitanee fi Israa'eloota oddu'utti woyyummaa tiyya waan hin ulfeessiniif tun teeti.