Deuteronomy 32:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki isani AABBO Waaqa tolchitani akana; daawe woma imbeenne tana? Inni AABBO keesani ka isaani uumeeniti? Inni isani daraarse gosa isani intolchine?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii gurra duuda'aatii fi ka mala hin qabne Rabbii keetii waan kana deebiftaa? Inni abbaa keetii mitii? ka si uumee fi ka si jabeesse isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee isin kolbaa gowwoole'ee fi qarummaa hin qanne, akki isin Mootii Waan Maraatiif deebittanu akkanaa? Abbaan keessan ka isin dade, ka isin hujee fi ka isin miidhasse isaa motii ree?