Deuteronomy 32:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan duri, ka dabre, qaabad'a, abbooti teesani waan tahe gaafad'a, jaarole odu duri odeefad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Bara durii yaadadhu; bara dhaloota fiixaa hedduu qaabadhu; Abbaa kee gaafadhu inni sitti himaa; jaarsota keessan gaafadhu isaanillee sitti himanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyoota durii qaabadha'a; woggoota dhaloota heddu'uu hubadha. Abbootii teessan gaafadha'a; isaanille isinitti hin himan. Maanguddoo teessan gaafadha'a; isaanille isiniif hin diidessan.