Deuteronomy 32:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa ka waan ch'ufa ira jiru lafa gosaa qoode, gaafa inni ilmaani namaa gargari baase, inni gosa ch'ufa lafa kenneefi, gumi Waaqa gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbiin guddaan waan maraa danda'u bani'ii lafa isaanii qoqqoode, hennaa ijoollee Aadamii addaan foffooye, akka laakkobsa ijoollee Israa'eliitiin daangaa worra ormaa dhaabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Ol-Aanaan gosa biyya adda addaatiif, dhaala isaanii yennaa kenne, sanyii namaa mara yennaa addaan baase, akka laakkossa kolbaa Israa'eliititti meessaa gosa biyya adda addaatiif baase.