Deuteronomy 32:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo qoodi AABBO Waaqaa gumi isaati, Yakobooni d'aala isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Rabbii gayee isaati; Sanyii Yaaqoobii worra ufii godhee isaan filate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille qoodi Mootii Waan Maraa kolbaa isaa ti; Yaaqoob dhaala isaa ti.