Deuteronomy 33:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi, AABBO Waaqa, gosa worra eebisi jabeesi, huji worrale ee jed'i fud'ad'u. Nyaapa worrale ch'ufa ququrt'i, hobaasi, aka worri deebie inkaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! qabeenna isaanii eebbisi; hujii harka isaaniillee fudhadhuuf; Worra isatti ka'u mudhii isaanii woraani; worra isa jibban lammata akka hin kaane godhi!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, hunna isaanii eebbis; hujii harka isaaniititti gammad. Worra isaan irratti ka'u dhowi; diinoti isaanii deebi'anee akka hin kaane hidha isaanii kuti» jedhe.