Deuteronomy 33:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan gosa Benjamini inni akana jed'e: Tunini gosa AABBO Waaqi jaalate qorqoratu: inni guyya ch'ufa worra tisse keesa qubata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Biiniyaamiillee akkana jedhe, «Namni Rabbi jaalate isa hedatee jiraata; Waandhi guddaan guyyaa maraa isa eega; eeddoo Rabbii jala jiraata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo gosa Beniyaamii, «Ka Mootiin Waan Maraa jaalatu, sodaa malee jiraata. Inni guyyaa mara itti waan gombobuuf, bobaa isaa jala jiraata» jedhe.