Deuteronomy 33:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan gosa Yusufu inni akana jed'e: AABBO Waaqi lafa worraa bokaya iti buuse madda worrale burqisisinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Yooseefiillee akkana jedhe «Rabbi rooba gubba'aa roobuun, bisaan gad qilee keessaa argamuun lafa isaanii haa eebbisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo gosa Yoseefii, «Mootiin Waan Maraa lafa isaanii fixeensa ol gubba'aatiin bisaan lafa gad fagoo keessa jirulle'een,