Deuteronomy 33:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle adu baase mid'aani worraa dansa, ka woga ch'ufale, bilcheesina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma lafti isaanii daraaraa filatamaa; adu'uun bilchaateen ta guuttamte haa taatu; hennaa maraa oomisha baay'ee haa kennitu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
midhaan filatamaa adu'uun geyeen, ka dansaa yennaa yenna'aan galfatanuun,