Deuteronomy 33:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti worraa ha waan dansa ch'ufaani guutamtu. Waan dansa AABBO Waaqi, ka gurbi bobeetu keesa dubbate, dansuma ufiitini eebisu. Eebiti tunini ch'ufti ha gosa Yusufu d'aqabduti waan inni oboleyaani isaa ch'ufati gudda taheefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafti isaanii waan mishaa maraan haa guuttamtu; Waaqa saatoo gubatu keessaan mudhate biraa badhaani isaaf haa baay'atu. Eebbi kunniin maruu gosa Yooseefii bira haa gawu; inni waan obboleewwan ufii keessatti adda ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan guddoo dansaa latti baattuun, Mootii Waan Maraa ka haxanxarii bobeettu keessatti dubbateen eebbifantuu ti. Tun marti Yoseefii obboleeyyan ifii keessaa bulchaa te'eef teetuu ti.