Deuteronomy 33:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan gosa Zabulonifi Isakari inni akana jed'e: Gochiti Zabuloni ha bunaqa worra ka bisaani keesatini duromtuti. Gochiti Isakari ha worrati horate deebantu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Zaabilooniitii fi gosa Yisaakoorii akkana jedhe; «Zaabiloon yoo markabaan deemtu gammadi; Yisaakoorillee daasee kee keessa taa'ii gammadi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo gosa Zebuloonii, «Ee Zebuloon, ati bayiisa teetitti, ee Yisaakor, atille dunkaanii teeti keessatti gammadi.