Deuteronomy 33:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gaara worraati nama gosa d'ibi yaame, sorio adaa achiti baasa. Worri galaana keesafi maansa afaani galaana keesa woi guurate woi horata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Orma gara gaaraa waamee, achitti ciincaa sirrii ta'e dhiyeessan; qabeenna galaana keessaa, qabeenna dhokataa xidhacha keessatti kuufame argatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gosa hedduu gara gaaraa hin waaman; achitti kennansa balchumma'aa hin dhikeessan. Qabeenna abbaaya'aa hin xuuxan; karra maansa keessatti dhokatelle hin baafatan» jedhe.