Deuteronomy 33:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gad'ufe; aka adu lafa Edomuti bahe, gumi isaa gaara Parani iraa iti ifse. Malaikaani qulqullooni kuma kud'ani isa woliini jirti, harka isaa ka mirga bobaa ibidati jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen akkana jedhe; «Rabbi gaara Siina'aa irraa dhufe, Seeyiritti mudhate; gaara faaraanii irraa isaanii ibse; isa woliin maleekkota kumaatamatu ture; mirga isaatiin arraba ibiddaatitu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gaara Siina'aa irraa dhufee, akka aduu ganamaa Se'iir irraa isaaniif baye; gaara Phaaraanii irralle'ee isaaniif isse; inni ergantoota ifii kumaatama woliin dhufe; midda isaatitti ibiddi gabbatu jiraayyu.