Deuteronomy 33:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan gosa Gadi inni akana jed'e: Nami gosa Gadi lafa guddo kenneefi ha eebifamu. Gochiti Gadi aka nyeench'aa gaade kurfefate, aka harkaafi gube mataa tarsaaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan gosa Gaadii akkana jedhe; «Rabbii daangaa Gaadii badhise galanni haa gawu; Gaad akka leenca irree yookaan kallacha cabsu'uuf riphuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo gosa Gaadii, «Waaqi lafa Gaadii badhise ka eebbifame; Isaan akka neenqaa achi le'anee, harkaa fi mataa hin kukkutan.